Qubsumaa Fi Laatinsa Hidda Oromo

Qubsumaa Fi Laatinsa Hidda Oromo

Akka ilaalcha namoota amantii hedduutti .maddi dhala ilma namaa hundi ,Aadamiifi hawwaa irraa argame jedhama
Garuu garuu yeroo dheeraa booda cubbuun baay,annaan rabbi bishaan lafa hunda wol gahe kana itti gadi dhiisee Ilmaan nuuh kan maatii isaa wojjiin lafarratti hafan kaam/kuush sanyii oromoo kan hore¹. Qubsumaa Fi Laatinsa Hidda Oromo

stony rough sandy abandoned formation in desert
Photo by Pok Rie on Pexels

Kam/kuush Eeesiyaa irraa as ceehee ardii kuush qubate.kunis bara 2787 akka lakk fara,on bara 2713 dhaloota kiristoos dura jedhama kaam lafa kuush waggaa 78 erga bulchee booda biyya sooriyaa qabadha jedhee eesiyatti deebi,uun ilmaan seem wajjiin woraana adeemsise irratti due,e
Ilmaan kuush garuu nama kuug jedhamu dura taa,aa filatan lafa itiyoophiyaa (kuush) dhaalanii jireenya isaanii itti fuufan sanyii kuush keessaa sulula abbaayaa kan jalqabaaf gara baddaa baha afrikatti ol bahan aga,uu ,beejjaa saahoo ,oromoo ,Daamoti ,gaafaat , Qimaantii worra gurraacha (naayilootik)turan ummanni kuush maqaa itiyoophiyaa jedhamuun waamama itiyoophiyaa jechuun afaan giriikin biyya ummata fuula gubataa /gurraachaa jechuudha. Qubsumaa Fi Laatinsa Hidda Oromo

Itti fuufa kütaan lammaffaan share namootas add godhaa dhaloonni seenaa Ufii hin beekne bishaan gabatee irraati

Read More