Dambii Hundeeffama Mana Maree Nyaataa fi Nuutrishinii Naannoo Oromiyaa

Dambii Hundeeffama Mana Maree Nyaataa fi Nuutrishinii Naannoo Oromiyaa

Wixinee Dambii Hundeeffama Mana Maree Sirna Nyaataafi Nuutiriishiinii murteessuuf baherratti mari’atamaa jira.

Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Wixinee Dambii Hundeeffama Mana Maree Sirna Nyaataafi Nuutiriishiinii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf bahe irratti mari’atamee jira.Dambii Hundeeffama Mana Maree Nyaataa fi Nuutrishinii Naannoo Oromiyaa

Kaayyoon marii kanaa naannichatti rakkoo nam tolcheefi uumamaa irra deddeebiin mudatan akkasumas sadarkaa maatitti wabii nyaataa mirkaneessuu dhabuu irraa kan ka’e lammiileen hedduun hanqina nyaataafi rakkoo kanaan wal qabataniin saaxilamuu isaanitiin midhaawwan gahan akkaataa itti dursanii hambisuun danda’aamurratti sirna diriisuun waan barbaachiseef manni maree kun akka hundaa’uuf yaadame jedhame. Dambii Hundeeffama Mana Maree Nyaataa fi Nuutrishinii Naannoo Oromiyaa

Read More