Month: October 2025

Tooftaalee Fedhii Dubbisaa Ittiin Cimsatan:- Utuu dubbisuu hin eegalin yaada kana qabaachuun ni barbaachisa.Dubbisuuf ofitti amanamummaa guutuu qabaachuu.Yeroon dubbisaaf qabdu murtaa’aa akka ta’e beekuu Maaliif akka dubbiftu akkasumas maal irraa hubachuuf akka dubbiftu adda baaftee…

Qajeelfama Raawwii Fooyya’insa Iskeelii Mindaa MHMNO Waajjira Paablik Sarvisii Misooma Qabeenya Namaa Godina Harargee BahaaQajeelfama Raawwii Fooyya’insa Iskeelii Mindaa Manneen Hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.29/2018 Fulbana 2018 Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii guddisuuf,Mootummaan Riiformiiwwaan…