Month: May 2025

Dhimmi: Ulaagaa dorgommii Caasaa Dabalataa Inshuraansii fayyaa Erguu ilaala:Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalamee BFO qajeelfama yaalii puulii Ishuraansii Fayyaahawaasaa lakk 13/2013 ba’e bu’uura godhachuun, xalayaa lakk.BFO/GO-18/995 guyyaa 18/2/2015 bahii ta’een caasaan dabalataa eeyyamamee isiniif…